Beschreibung
Kuusjechi kun hiika jechootaa English gara Afaan Oromoo kuma digdamii shanii ol hiikee, akkasumas jechoota Afaan Oromoo gara English jechoota kuma digdamii shanii ol hiikee kan
of keessatti qabate dha. Walumaamaa gala jechoonni akka jechaatti walitti qabaman jechoota kuma shantamaa olidha jechuudha.
.
Haa ta'u malee farajni/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba lamaa fi kuma digdamii lamaa olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora
olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii
tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
Orooroo Dictionary!

Alte Versionen
Free Download
Zweidimensionalen Code herunterzuladen
- App-Namen: English Afaan Oromo Dictionary
- Kategorie: Bücher & Nachschlagewerke
- App-Code: app.orosoft.ororo
- Version: 1.1
- Anforderung: 5.0 oder eine höhere Version
- Größe der Datei : 19.76 MB
- Aktualisierungszeit: 2022-11-26